Search Header Logo

Gaaffiilee Saayinsii

Authored by Abdellahi Mohammedjemal

Science

8th Grade

Used 1+ times

Gaaffiilee Saayinsii
AI

AI Actions

Add similar questions

Adjust reading levels

Convert to real-world scenario

Translate activity

More...

    Content View

    Student View

18 questions

Show all answers

1.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Kanneen armaan gadii keessaa wanta qulqulluu kan tahe isa kami?

Warqii

Aannan qulqulluu

Qilleensaa

Dhiiga

2.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Gahee Beekumsi saayinsii jireenya dhala namaa keessatti taphatukan tahe isa kamii?

Soorata qopheessuf

Mala qonnaa ammayyaa fayyadamuuf

Tajaajila fayyaa argachuuf

Hunduu deebii dha.

3.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Dhangala'oowwan adda adda meeshaa tokko irraa meeshaa biraatti dabarsuuf kan gargaaru isa kami?

Dhullee

Ujummoo yaalii

Biikarii

Peetiriidiishii

4.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Amaloota suudoowwan maatarii kan hin taane isa kami?

Maatariin hunduu suudoowwan xixiqqoo irraa ijaaraman.

Suudoowwan garaagaraa amaloota garaagaraa qabu.

Suudoowwan maatarii gidduu bakkeewwan duwwaan nijiru.

Tempireecharri yeroo dabalu sochiin suudoowwanii ni hir'ata.

5.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Wantoota faalkaalee gaasiitiin argaman kallattiin gara faalkaa jajjabootti jijjiiruun _________jedhama.

dippooziishinii

sablimeeshinii

Baquu

qorruu

6.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Amaloonni kompaawundoota makootarraa adda taasisu keessaa, kompaawundootni:

wantoota akaakuu tokko qofa irraa ijaaramuu

Qabiyyee jijjiiramaa qabaachuu

Reeshoo dhaabbataa ta'e qabu.

Ruqooleen adeemsa fiizikaalaan walnyaachu

7.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Kanneen armaan gadii keessaa amala jajjaboo kan tahe isa kami?

Rukkina olaanaa qabu

Ni sumuugamu

Boca mataa isaanii niqabu

qabee murtaawaa qaba

Access all questions and much more by creating a free account

Create resources

Host any resource

Get auto-graded reports

Google

Continue with Google

Email

Continue with Email

Classlink

Continue with Classlink

Clever

Continue with Clever

or continue with

Microsoft

Microsoft

Apple

Apple

Others

Others

Already have an account?