Search Header Logo

Qorannoo Saayinsaawaa

Authored by Abdellahi Mohammedjemal

Science

8th Grade

Used 1+ times

Qorannoo Saayinsaawaa
AI

AI Actions

Add similar questions

Adjust reading levels

Convert to real-world scenario

Translate activity

More...

    Content View

    Student View

14 questions

Show all answers

1.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Meeshaalee safara hangaa ykn qabee aadaa kan hin taane kami ?

Xaasaa

Qaruuraa

kuntaala

Deebii hin qabu

2.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Qaamolee safartamoo bu'uuraa kan ta'e kami ?

Dheerina

Bal'ina

Qabee

Hunduu deebiidha

3.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Safartuu bu'uuraa makaaniksii kan hin taane kami ?

Hanga

Yeroo

Tempireechera

Deebii hin qabu

4.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Yuuniitii waaltawaa isaa waliin kan walsimee jiru kami ?

Hanga (giraamii)

Yeroo (sa'aatii)

Kaarentii elektirikii (ampiirii)

Hamma maaterii (kaandeellaa)

5.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Caalaan boqqolloo kuntaala kudhan yoo bite, kanneen armaan gadii keesssaa kan waliin walqixa ta'e kami ?

10000g

100 kg

1 toonii

1000g

6.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

30 sec • 1 pt

Caaltuun shaayii danfisuuf jettee bishaan danfuu isaa yoo safarte safara kamtu danfuu isaa itti muli'ise.

212oF

373 k

100oC

Hunduu sirriidha

7.

MULTIPLE CHOICE QUESTION

3 mins • 2 pts

Kitaabni barataa tokko dheerinni isaa 10 cm fi dalgeen isaa 0.3 m yoo ta'e bal'inni isaa meeqa?

0.03 m2

0.3 m2

300 cm2

30 cm2

Access all questions and much more by creating a free account

Create resources

Host any resource

Get auto-graded reports

Google

Continue with Google

Email

Continue with Email

Classlink

Continue with Classlink

Clever

Continue with Clever

or continue with

Microsoft

Microsoft

Apple

Apple

Others

Others

Already have an account?